Doonaald Traamp Boor Dinaan Himatamanii Mana-murtiitti Dhihaachuuf Jiran

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaantiin Yunyaaitid Isteetis, Doonaald Traamp akkaataa dokumentiilee iccitii biyyattii itti qaban ilaalchisee Kibxata borii sirnaan himannaan irratti dhihaachuuf jira. Dhimma kana irratti wal-falmiin yaadaa hedduun, keessumaa toora paartii siyaasaatiin adda-qoodamee deemsisamaa jira.