Antonii Bilinken  Beejingitti Hoogganoota Chaayinaa Waliin Dubbatan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Walittidhufeenya Yuunaayitid Isteetsi fi Chaayinaa hoogganuun dirqama fi itti gaafatamummaa biyyoonni lamaan qabaatan jedhan Ministirri Haajaa Alaa Yuunaayitid Isteetsi Antonii Bilinkeen. Beejingitti hooggantoota Chaayinaa waliin kan marii’atan Antenii Biliinkeen waliigaltee dhabuun biyyoota lamaanii gara walitti-bu’insaatti akka hin deemneef kallattiin dubbachuun barbaachisaa akka tahe hubachiisan.