Bu’ii filannoo rifaandamii godina Walaayittaa akka ifoomsametti Walaayittaa dabalatee godinaalee 6 fi aanaaleen 5 bulchiinsa mootummaa naannoo of danda’e akka ijarraataniif, irra-jireessi sagalee kennamee filachuu Boordiin Bilannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa ifoomseera.
Gabaasaan keenya Keneedii Abaatee digamaa jiraachuu bulchiinsa naannoo Uummattoota Kibbaa fi carraalee naannolee haaraa uumamanii ilaalchisuun Sagaleen Ameeirkaa hayyoota dubbisee jira.