Kaampaanii Meeshaa Baqattoonni Itti Fayyadaman Hojii Faashiniif Fayyadamu

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Nama duraan baqataa tureen kan hundeessame Kaampaaniin Minisootaa keessa maadheffate, “Epimonía” jedhamu mi’oota jaaaaketiin lubbuu baraarsaa baqattoonni uffatan ittiin hojjetamu gara mi’awwan faashinii fi uffatoota biroon ittiin tolfamaniitti jijjiiree dhiheessa. Gabaasaa Kaliil Abduu qindeesse, Tujubee tu dhiheessa.