Benishaangul Gumuz, Godinaa Kamaashii Keessaa Eega Tajiijilli Humna Eletrikii Citee Waggoota Toorba Tahuun Himame

Your browser doesn’t support HTML5

Naannoo Benishaangul Gumuz godina Kaamaashii keessatti erga tajaajilli-humna-ibsaa addaan citee oggoota torbaa ol ta’uu isaa; sababaa kanaanis rakkinaaf saaxilamuu isaanii jiraattota keessaa sagalee ameerikaatti himaniiru.

Waajjirri Komunkeeshinii Godina Kaamaashii karaa-saatiin humni ibsaa caamsaa 2008 irraa kaaseevguutummaatti addaan cituufi jiraattotni kuma 300 ol rakkoo kanaaf saaxilamuu beeksisee. Dhimma kanarratti an gaafatame Buufanni Humna Ibsaa Gimbii, addaan cituu humna ibsaa godinaa kamaashii kanaaf sababaan rakkoo nageenyaa tahuu ibsee jira.