Hojjettoonni Mootummaa Magaala Hawaasaa Keessaati Uummata Dhiifama Gaafachuuf Hiriira Bahan  

  • VOA

Hiriira Hawaasaa

Hojjattoonni Mootummaa Naannoo bulchiinsaa Sidaamaa Magaalaa Hawaasaa keessa hojjatoon jimaataa har’aa hiriiraa bahanii jiru.

Hojjattoonni waajjiraalee mootummaa kumaatti lakkawaman hiriiraa kana kan ba’an mormiidhaaf ykn deggersaa addaatiif ittu hinta’in jiraatotaa magaalichaa wareen tajaajila isaan irraa argatan dhiifamma gaafachuudhaaf akka ta’e beekamera.

Hirmaattonni hiriirichaa akka VOA ti himaniitti, sababinni hiriiraa dhiifama gaafannaa tajaajilaa ummataf waajiraalee mootummaa irraa yeroodhaan kennamuu qabu keennamaafii waan hin jireefi.

Hiriirtonni kun hojii hawaasaa qulqulina qabuu fi gahaa ta’ee ummataf kenuudhaaf daanqawwan dhiheesii tajaajila hawaasaa keessa jiran hambisuudhaaf waadaa seenuu isaanii Yootan Zebdiyoos Hawaasaa irraa gabasee jira.