Artisitii Hojiiwwan Komedii Afaan Oromoo Keessatti Baay’ee Beekamu   

Your browser doesn’t support HTML5

Artist Olii Naggaa jedhama. Diraamaa, fiilmiifi dooyaalee Afaan Oromoo hedduu keessatti hirmaateera. Artist oliin hojiiwwan Komedii Afaan Oromoo hedduus qaba.
Waggoota 30 caalaniif hojii aartii Oromoo guddisuu keessatti qooda isaa gumaachaa turuu ka dubbatu Oliin gara fuula duraafillee, hojii komedii addatti fuuleffachuun akka hojjachuuf karoora qabu Sagalee Ameerikaatti himee jira. Qophii har’aatiif Tsahaay Daamxootu Artist Oliifi miiltoowwan hojii isaa haasofsiisuuun Finfinnee irraa erge.