Hooggantoonni Ameerikaa Seenaa Gaarii Qofa Osoo Hin Taane Kan Badaa Ta’e Isaan Dalaganis Galmaa'era:Dargaggoo Gumii Yaalii Irratti Hirmaate

  • Tuujubee Horaa

Your browser doesn’t support HTML5

Yaa'iin Michummaa Maandeellaa Washingten DC Keessatti Geggeessame

Yaa’iin michummaa Maandeellaa Washington Keessatti Geggeessamee jira. Yaa’ii kana irratti Itiyoophiyaa dabalatee biyyootii Afriikaa Uffee Sahaaraa gad jiran keessaa kanneen walitti dhufan Hoogganoonni abdaciisoo ta’an dargaggoonni 700 ta’an irratti hirmaataniiru. Kanneen keessaa dargaggoon Oromoo Bereket Dirribaa tokko. Hirmaannaa isaa ilaalchisuun ibsa gabaabaa nuuf kennee jira.