Qophii Fayyaa Kan How’a Qilleensaa Addunyaa Yaaddessee fi  Bu’aa Aannan Harmaatti Fuuleffate  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Torban kana sadarkaa addunyaatti bu'aan aannan harmaa daa'immaniif maal akka ta'e dubbatamaa jira. Gama kaaniin ho'ii qilleensaa baatii Adooleessa keessa galmeeffame waggoota hedduu keessatti kan jalqabaa ti jedhamee jira.