Feestivaalota Lammiwwan Ertiraa Awurooppaa fi Ameerikaatti Godhaman Irratti Hookkarawwan Ka’an Duuba Harka Alaatu Jira: Aangawaan Ertiraa  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Feestivaalonni kabajaa waggaa 30ffaa walabumaa Ertiraatiin walqabatee magaalee biyyoottan Awuroophaa fi Amerikaa Kaabaa adda adda keessatti taasisaman hookkara lammiilee biyyattii ala jiran gidduutti ka’een jeeqamuun isaanii gabaasama jira.

Mormitoonnii fi degertooonni motummaa Ertiraa haala walitii bu’insawwan kanaa irratti yaada adda addaa qaban.