Jiraattonni godina Shawaa Kaabaa aanaa Darraa sababaa walittibu'insa qaamolee hidhattootaa, kan WBO fi kan Faannootiin haala nageenyaa yaaddessaa keessa jiraachuu isaanii himaniiru. Itti gaafatamaan waajjira komunikeeshinii aanichaa Obbo Kamaal Sayid gama isaaniin gareen hidhattoota gama lamaaniiyyuu hawaasa irratti rakkoo uumaa jiru, jedhan.
Your browser doesn’t support HTML5