Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Komii Atileet Xilaahun Hayilee Dhiheesse Ilaalchisee Ibsa Kennee Jira

Your browser doesn’t support HTML5

Har’a Federeshinin Atileetiksii Itoophiyaa atileetota isaa keessaa tokko komii dhiheesse ilaalchisee gaazzexxessitootaaf ibsa kennee jira. Atileeti Xilaahun Haaylee dorgommiidhaaf gara Budaapeestitti eegan waamamee booda otuun gahumsa qabuu akkan dorgommicha keessaa hafu taaisame, jecuun koomii dhiheeffate.

Fiigicha 5000 irratti hirmaachuuf Budapest dhufus federeshinichi bakka isaa Atileet Berihuu Aregawi filachuu himate, atileetichi. Atileetichaa fi hooggantoota federeeshinichaa dubbisuun, gabaasaa qindeessine qabna.