Mozaambik Keessatti Ijoollee Durbaa Umuriin Isaanii Hin Ga’iin Akka Eeruman Taasisuun Rakkoo Hamaa Uumaa Jira  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Qorannoon haaraan baatii Adoolessa keessa Inistiitiyuutii Istaatistiksii Biyyaalessaa Mozaambiik baase akka ibsetti, biyyattii keessatti dubartoota kudhan keessaa afur umuriin isaanii waggaa 18 otuu hin guutiin eeruman. Gochaa seeraan alaa kana dhaabuun rakkisaa tahuu isaa fi namoonni haala akkasii jalaa miliquuf yaalanillee akka balaaf saaxilaman hubachiisa, gabaasaan qorannoo kanaa.