Walwaraansa Sudaan Keessaa Dheessuudhaan Lakkobsi Namoota Itiyoophiyaa Seenanii Dabalaa Akka Jiru Himame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Walwaraansa Sudaan keessaa dheessuudhaan lakkoofsi namoota gara Itoophiyaa seenanii ka dabalaaa jiru tahuu Mootummaan naaannoon Benishaangul Gumuz beeksise.

Gama biraatiin, Jaarmayaan Godaantotaa Idil-Addunyaa /IOM/ eega walitti bu'iinsi naannoo Amaaraa keessatti uumame as lakkoobsi namoota Sudaan keessaa gama Matammaatiin Itoophiyaa seenanii hir'achuu isaa, gabaasaa tibbana baase keessatti ibsee jira.