Itiyoophiyaa Keessatti Karaa Nagaa Jijjiirama Dimookiraatawaa Fiduuf Dirreen Siyaasaa Jiru Hagam Banaa Dha?  

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaa keessatti dirreen siyaasaa yeroo kamiyyuu caalaa dhiphateera , mootummaan aangoo bulchiinsaa of harkaa qabu dhaabbileen siyaasaa mormitootaa biyya keessa akka hin sochooneef dhiibbaa irratti taasiseera jechuun dhaabbileen siyaasaa mormitootaa yeroo adda addaa himatu.

Mootummaan immoo gama isaan dirreen siyaasaa Itiyoophiyaa keessatti yeroo kamiyyuu caalaa bal’ateera jedha.