Balaan Lolaa Bishaanii Gaambeellaa fi Oromiyaa Kessatti Namoota Hedduu Manaa fi  Qeheerraa Buqqisaa Jira

Your browser doesn’t support HTML5

Naannoo Gaambellaatti, lagni Baaroo guutee lola’uu irraa kan ka’e, magaalaa Gaambellaa fi aanaalee 9 keessatti namootni hedduu qe'eesaaniirraa buqqisamuu mootummaan naannichaa beeksise.

Gama biraan, Jaarmayaa mootummoota Gamtoomaniitti, waajjirri qindeessaa gargaarsa namummaa "UN OCHA’n balaan lolaa rooba gannaan wal qabatee uumame, naannoo Oromiyaatti namoota kuma dhibba lamaa fi kuma toorbaatamaa ol irra miidhaa geessisu mala, jechuun ibse.