Humni Naga-eegumsaa Gamtaa Afrikaa Somaaliyaa Keessaa Suuta Suutaan Achii Ba’aa Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Humni Naga-eeegumsaa Gamtaa Afrikaa Somaaliyaa keessa jiru, dhuma bara 2024tti humnoonni Somaaliyaa dirqama naga-eegumsaa biyyattii guutummaatti ofitti fudhatu akeeka jedhuun, suuta suutaan biyyattii keessaa Somaaliyaa keessaa ba’uu eegalee jira.

Humni Naga-eegumsaa Gamtaa Afrikaa kun mootummaa Somaaliyaa garee Al-Shabaab wajjiin wal-waraanu gargaaruuf bara 2007 ka biyyatttiitti bobba’e yoo tahu, lolichi garuu ammallee xumuramuu irraa fagoo jira