Hojii barbaaduuf kan biyyaa ba’an lammiiwwan Itiyoopiyaa hangi tokko biyya ofiitti deebi’uu barbaadanis, kan waraanaan raafamaa jirtu Yemen keessatti danqamaniiru. Dhaabbanni godaantota addunyaa ykn IOM, sababaa rakkoo nageenyaaf godaantonni kun gara naanno Amaaraa ykn Tigraayitti akka deebi’an gargaaruuf tole hin jedhin hafee jira.
Murtin kun immoo godaantonni kun mormii akka dhiyeessan taasisee jira. Gabaasa Maayaa Misikkir Finfinnee irraa ergite Jalanneetu dhiyeessa.