Gareen Komishinii ogeessota Mirga Namoomaa dhaabbata Mootummaata Gamtoomaniqorannoo dhimma sarbama mirga namoomaa Itiyoophiyaa ilaalchisuun hojjete baaseen biyyattii Waraana dhaabuuf waliigalteen erga mallatteeffamee amma gara waggaa tokkoo ta’uyyuu ammas biyyattii keessatti gochi hammeenyaa, yakki waraanaa dhala namaarratti raawwachuu fi ammayyuu nageenyi akka hin jirre , jeequmsoonni sadarkaa biyyaaleessatti jedhamuu danda’uun ol guddachuu sodaa qabanis ogeeyyiin kunneen eeranii ture.
Yuunivarsiitii walqixxeetti barsiisaa muummee Seeraa kan ta’an obbo Hasayilee Baay’isaa qoranichi haala qabatamaa Itiyoophiyaa keessa jiru mul’iseera jedhu. Miseensa mana maree bakka bu’oota uummmataa Itiyoophiyaa kan ta’an Obbo Saadiq Aadam waantoonni qoranicha keessatti eeraman dhugaa jiru hin mul’isan jedhu.
Gareen Komishinii ogeessota Mirga Namoomaa dhaabbata Mootummaata Gamtoomaniqorannoo dhimma sarbama mirga namoomaa Itiyoophiyaa ilaalchisuun hojjete baasen biyyattii Waraana dhaabuuf waliigalteen erga mallatteeffamee amma gara waggaa tokkoo ta’uyyuu ammas biyyattii keessatti gochi hammeenyaa, yakki waraanaa dhala namaarratti raawwachuu fi amma iyyuu nageenyi akka hin jirre, jeequmsoonni sadarkaa biyyaaleessatti jedhamuu danda’uun ol guddachuu sodaa abanis ogeeyyiin kunneen eeranii ture.
Yuunivarsiitii walqixxeetti barsiisaa muummee Seeraa kan ta’an obbo Hasayilee Baay’isaa qoranichi haala qabatamaa Itiyoophiyaa keessa jiru mul’iseera jedhu. Miseensa mana maree bakka bu’oota uummmataa Itiyoophiyaa kan ta’an Obbo Saadiq Aadam waantoonni qoranicha keessatti eeraman dhugaa jiru hin mul’isan jedhu