Miis Tuurizim Oromiyaa Bara 2023, Maahider Fiqaaduu

Your browser doesn’t support HTML5

Keesumman qophii Labata harra kan dorgommii Miis Tuurizim Oromiyaa marsaa 3ffaa Fulbaana 26 darbe kana Finfinneetti geggeeffame moote, Maahider Fiqaadutti.

Maahider waayee ogumma ishii, dorommichi akkam akka ture, akkasumas gaafii fi deebii dorgomicha moohun booda miidiyaa tokkoof kenniterratti jecha fayyadamteen wal-qabatee qeeqa irratti ka’ee laalchise yaada kenniteetti.