Mootummaan Yunaayitid Isteetis Hawaasaalee Ameerikaa Warra Ganamaa Gama Barrnootaan Dhibbaa Mudatu Hubachuuf Yaalaa Jira 

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Angawoonni Ministeera dhimma biyya Keessaa kan mootummaa Yunaayitid Isteetis, hawaasaalee lammiiwwan Ameerikaa ganamaa daawwachuun dhiibbaa manneen barnotaa mootummaan bulchu barattoota lammiilee kanaa fi maatiiwwan isaanii irratti qabu hubachuuf yaala jiru. Maayik Sulivaann, Riversaayid, Kaalifoorniyaa irraa gabaasaa dhimma kana irratti qindeesse qabna.