Sirni Beekamtii Yuubota Oromoo Ka Bara 2023 Naannoo Waashingtan Diisiitti Geggeessame  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Sanbata dabre jechuun Fulbaana 30, bara 2023 Sagantaa Beekkamtii Yuubota Oromoo kan bara 2023 kutaa Meeriilaand magaala siilver Spriing keessatti geggeessame irratti, Yuboota oromoo hawaasicha keessatti toora adda addaatiin qooda guguddaa gumaachan jedhaman 40 badhaasni umurii guutuu kennamee jira.

Dura ta'aa-Koree Beekamtii Yuboota Oromoo kan ta'an Obbo Abdii Badhaadhaa akkasumas kanneen badhaasa argatan keessaa lama dubbisnee jirra.