Waraanni Yunayitid Isteetis Giddu-galeessa Bahaa Keessatti Mul’atu Dabalaa Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Waraanni Yunayitid Isteetis Giddu-galeessa Bahaa Keessatti Mul’atu Dabalaa Jira

Waraanni Israa’eelii fi Hamaas gidduu hammaachaa akkuma dhufeen argamni humna waraanaa Yuunaayitid Isteesi biyyoota Gidduu Gala Bahaatti dabalaa dhufeera. Kunis akka tarkaanfii ofirraa ittisuutis . Garuu dorsiisa kamiyyuu itti dhufuu saffisaan deebii akka itti kennitus Akeekkachiisteetti Yuunaayitid Isteetsi. Gabaasa Veroonikaa Balderas Iglisiyaas Mitiku Fiqaaduu-tu dhiyeessa.