Wallagga Lixaa Keessatti Dhibee Busaaf Babal'achuuBiiroon Fayyaa Oromiyaa Beeksise

Your browser doesn’t support HTML5

Wallagga Lixaa Keessatti Dhibee Busaaf Babal'achuuBiiroon Fayyaa Oromiyaa Beeksise

Naannoo Oromiyaa godina Wallagga lixaa fi Qeellam Wallaggatti dhibeen busaa caalaatti akka hammatu kan taasisee rakkoo nagaan dhabamuu isaa ti jechuun kan dubbatan itti anaa itti-gaafatamaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dr.Tasfaayee kabaabaw, Dhibee kana to'achuufis biiroon fayyaa Oromiyaa qamoolee dhimmi ilalatuu waliin hojjechaa jira. Jiraatoonni godinaalee kanaa immoo guyyaa guyyaa dhaan lubbuun nama darbaa jira jechuun sagaalee Ameerikaaf himan.