Isiraa’elii fi garee Falasxin Yunaayitid Isteetis akka shororkeessatti farrajje, Hamaas gidduuti yeroo waraansi taasifamu itti fufee jiru kanatti, egereen sagantaa Nuukileeraa Iaan ammallee furmaata hin argatin jira. Haleellaan Hamaas kun mariin dhimmaa Nukileeraa irratti taasifamaa ture boddaati akka harkifatu taasise. Dhimma kana irratti gabaasaa Henerii Riigiweel London irraa erge qabna.
Waraansi Isiraa’elii fi Hamaas Gidduutti Itti Fufee Jirtu, Dhimma Sagantaa Nuukileraa Iraan Duubatti Harkise, Jedhama
Your browser doesn’t support HTML5