Waraansa Isiraa’el Gaazaa Keessatti Geggeessitu Ilaalchisee Hoogganoonni Biyyoota Garaa Garaa Yaada Adda Addaa Kennaa jiran

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Waraansa Isiraa’el Gaazaa Keessatti Geggeessitu Ilaalchisee Hoogganoonni Biyyoota Garaa Garaa Yaada Adda Addaa Kennaa jiran

Iisraa’el waraana lafoon haleellaan guyyoota afuriif Gaazaa irratti raawwatte, faalisxiinota kumaantamaan lakka’aman galaafatee jira.Kunis haleellaa hin eegamiin gareen hidhattoota Hamaas Onkoloolessa 7 namoota nagaa irratti raawwateen lammiilee Israa’el gara 1,400 ajjeefamu sanaaf deebii kennameedha.

Garuu Israa’el lola kana gara lafa xiqqoo, namaan guutame kanaatti fidde kana qondaaltonni Waashingitan, Moskoo, Tehraan fi Ankara irraa, yaada adda addaa itti kennaa jiru.