Ejjennoon Prezidaant Baayiden Lola Isiraa’el Geggeessaa Jirtu Irratti Qaban Miseensota Paartii Ofii Haga Tokkorraa Mormii Itti Kaasaa Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Ejjennoon Prezidaant Baayiden Lola Isiraa’el Geggeessaa Jirtu Irratti Qaban Miseensota Paartii Ofii Haga Tokkorraa Mormii Itti Kaasaa Jira

Yemmuu lolli Israa’el Gaazaa keessatti deemsisaa jirtu itti fufee fi lakkoobsi lammiilee Falasxiin lolichaan miidhamanii ol ka’ee jirutti Prezidaatiin Yunaayitid Isteetis Joo Baayiden ejjennoon lolicha irratti qaban miseensota paartii isaaniirraa mormii itti kaasee, dura dhaabatanii jiran. Filannoo prezidaantummaa bara dhufu isaan itti hirmaachuuf jiran irrattilee dhiibbaa qabaachuu akka malu tu dubbatamaa jira.