Sagalee Yaada Namootaa Walitti-qabameen Kutaalee Yunaayitid Isteetis Ijoo 5 Keessatti Doonaald Traamp Prezidaant Joo Baayideeniin Dursan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Sagalee Yaada Namootaa Walitti-qabameen Kutaalee Yunaayitid Isteetis Ijoo 5 Keessatti Doonaald Traamp Prezidaant Joo Baayideeniin Dursan

Yunaayitid Isteets keessatti filannoo prezidaantummaa bara dhufu 2024 taasisamu ilaalchisee sagaleen yaada namootaa dursee walitti-qabame akka agarsiisutti prezidaantiin duraanii Doonaald Tiraampi kutaawwan biyyatti murteesoo ta’an 5 keessatti Przidaantii aangoo irra jiran Joo baayideniin dursaa jiru.Sagalee namootaa walittiqabamee kana keessaatti waa’een umurii Baayidenii fi waa’een diinagdee, akkasumas waa’een lola Israa’elii fi Hamaas gidduutti tibbana taasisamaa jiruu kanneen xiyyeeffannaa yaada namoota sagalee kennanii akka tahetu himame.