Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Walga’ii Dhimma Dinagdee Biyyoota Eeshiyaa-Paasifik 21 Hirmaachiserratti Haasawa Taasisan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis Walga’ii Dhimma Dinagdee Biyyoota Eeshiyaa-Paasifik 21 Hirmaachiserratti Haasawa Taasisan

Walgahiin dhimmaa diinagdee irraatii xiyyeefatee fi biyyoottan kuta Eshiyaa – Paasifik jedhamuu 21 hirmaachise as Yunaayittd isteets, kutaa Kaalifoorniyaa naannoo magaala Saanfiraansiskootti geggeessamaa jira. Prezidaantiin Yunaayitid Isteets Joo Baayiden Walgahii kana irratti kamisa har’aa haasaa taasisan. Walgahii kanaa fi yaada Prezidaant Baayiden Ilaalchisee gabaasaa qophaa’e qabna.