Fiilmiin Komedii “Koodee” Jedhamu Dhiheenya Finfinneetti Eebbifame Akaakuu fi Qulqullinasaatiin Akka Adda Tahetti Himame  

Your browser doesn’t support HTML5

Fiilmiin Komedii “Koodee” Jedhamu Dhiheenya Finfinneetti Eebbifame Akaakuu fi Qulqullinasaatiin Akka Adda Tahetti Himame  

Fiilmiin koomedii mata dureen isaa “Koodee” jedhu tibbana Finfinneetti eebbifamee banamee jira. Fiilmiin kun gosa fiilmii koomedii, kan dheerina daqiiqaa tokkoo ol qabudha. Tsahaay Daamxoo sirna eebba fiilmichaa irratti argamuudhaan, barreessaa fiilmichaa, taatotaa fi dawwattoota keessaa haga tokko dubbistee jirti. Barreessaan fiilmichaa dargaggoo Waaqoo Geetaachoo fiilmicha hojjetanii xumuruuf waggaa tokkoo ol akka itti fudhate dubbata.