Itoophiyaan qaamolee maallaqa liqeessaanif waliin haala kaffaltii liqaa irraa jiru yeroon isaa dheereffamuuf waliigaltee tolfachuu ishee, torban dabre keessa Ministriin mallaaqa biyyaattii maddeen oduuf ibsanii jiran. Dhimma kana irratti Nigusuu Taammiree, Yunivarsitii Minisootaatti ogeessaa fi barsiisaa dhimma dinagee ka tahan – Dr. Badhaasaa Taaddesee dubbisee jira.