Xiinxala: Sirna Mootummaa Federaalawaa fi Mootummaa Tokkaawaa Kessaa Kamtu Itiyoophiyaaf Mala?

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Xiinxala: Sirna Mootummaa Federaalawaa fi Mootummaa Tokkaawaa Kessaa Kamtu Itiyoophiyaaf Mala?

Sirna Mootummaa Itiyoophiyaa illaachisee yeroo hedduu qamoolee wal-falman lama tu jira. Qaamni tokko Federaalizimiitu Itiyoophiyaaf barbaachisaa yoo jedhu qaamni kaan immoo sirna mootummaa tokkichaa tu Itiyoophiaaf wayya, jechuun falman. Dhimma kanarratti dhiheenya kana dhaabbanni Afroobaaroomeetir jedhamu qorannoo gaggeessaa ture ifa taasiseen namoonni harki caalaan Itiyoophiyaaf sirna mootummaa Federaalizimiitu gaariidha jedhaniiru jedha. Dhimma kanaratti Mitikkuu Fiqaaduu hayyootaa fi namoota siyaasaa dubbisuun waan qindeesse qaba