Luba Alamaayehu Fiixee: Kirstaanonni Namoota Rakkoo Isaan Mudteen Ayyaana Dhalachuu Iyyesuus Hin kabajin Hafaniif Kadhachuu Qaban

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Luba Alamaayehu Fiixee: Kirstaanonni Namoota Rakkoo Isaan Mudteen Ayyaana Dhalachuu Iyyesuus Hin kabajin Hafaniif Kadhachuu Qaban

Kan har’a kabajamaa jiru guyyaa dhaloota Gooftaa Yesuus ykn Christmas ilaalchisee Jaallanneenb prezidaantii Tokkummaa waldoota Oromoo warra Wangeelaa, amantootaa fi ijoollee dubbisuun ka qindeessite qabdi.