Proojektiin Haroo Wancii-Dandii Xumuramaa Jira, Jedha Koomishiniin Tuurizimii Oromiyaa

Your browser doesn’t support HTML5

Proojektiin Haroo Wancii-Dandii Xumuramaa Jira, Jedha Koomishiniin Tuurizimii Oromiyaa

Ijaarsi Piroojektii Haroo Wancii-Dandii jiraattota biratti abdii uumuusaa jiraattota naannawa sanaa keessaa hagi tokko Sagalee Ameerikaatti himanii jiru. Sagantaa ‘Maaddii Biyyaa’f jedhuun piroojektiin Muummicha ministiraa Itiyoophiyaa Abiyyi Ahmadiin waggaa sadii dura eegalsiisame marsaan jalqabaa akka xumuramaa jiru himamee jira.

Kominishinarri Komishinii Tuurizimii Oromiyaa Lalisee Dhugaa, “Bu’uuraaleen misoomaa guutamaniiru, daawwattoota sadarkaa addunyaafis haalli miijessameera,” jedhaniiru.