Gabaastonni Oduu Bakkawwan Waraansi Geggeessamutti Bobba’anii Hojjetan Waa’ee Balaa Hamaa Keessa Deemanii Maal Maal Jedhu?

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaastonni Oduu Bakkawwan Waraansi Geggeessamutti Bobba’anii Hojjetan Waa’ee Balaa Hamaa Keessa Deemanii Maal Maal Jedhu?

Gabaastonni maddawwan Oduu kanneen bakkoota waraannni itti gaaggeeffamuutti haala rakkisaa keessa seenuun hojii isaanii hojjetu. Waraanni Yuukireenii fi Gaazaa keessaa warra rakkisoo jedhaman keessaa tokko. Gabaastuun Sagalee Ameerikaa Kiriistiinaa Seesekoo Gabaastoota yeroo dheeraa haaloota rakkisaa akkasii keessa darban lama dubbisuun waan qindeessite dhiheessina.