Waliigalteen Dhimma Ulaa Galaanaa Itiyoophiyaan Somaaliilaand Waliin Mallatteessite Dhiibbaa Siyaasaa fi Nageenyaa Itti Fidu Qabaa?

Your browser doesn’t support HTML5

Waliigalteen Dhimma Ulaa Galaanaa Itiyoophiyaan Somaaliilaand Waliin Mallatteessite Dhiibbaa Siyaasaa fi Nageenyaa Itti Fidu Qabaa?

Itiyoophiyaan waliigaltee ulaa galaana diimaa ishee argachiisu, biyya ofiin of bulchitu garuu beekkannaa Tokkummaa Mootummootaa hin argatiin – Somaaliilaand waliin mallatteessuu ishee ifatti beeksistee jirti. Mootummaan Somaaliyaa biyyaalessaa ka magaalaa Moqdishoo maadheffate ammoo abbaa biyyummaatu narraa sarbame jedhee waliigalticha fudhatama dhorkachuun akka hawaasni addunyaa gidduu seenu gaafatee jira. Dhimma kana irratti ogeessa siyaasaa tokkoo fi ogeessa dhimmi nageenyaa ka biraa dubbisnee jirra.