Baankiin Misomaa Afrikaa Hojiisaa Itiyoophiyaa Keessaa Deebi’ee Jalqabuuf Mootummaa Biyyattii Wajjiin Waliigale

  • VOA

Prezidaantii baankii Misooma Afriika Akinwuumii Adeesiinaaa

Kanaan duraa hojjaatootaa isaa irratti humnoottan tikaa mootumaa itiyoophiyaa midhaa geessisan jedhe irraa kan kahe hojjatoota isaa Itiyoophiyaa keesaa baasee kan ture Baankiin Misoomaa Afrikaa waligaltee mootummaa Itiyoophiyaa waliin taasifameen gara hojii isaa idileetti deebi’uu isaa ibsee jira.

Prezidaantiin Baankichaa Akuwaamii Adeesinaa fi muumichi ministeeraa Itiyoophiyaa Abiy Ahimed walarganii maryachuu isaanii kan ibsee Baankiin Misooma Afrikaa gochaa hijjatoota baankichaa irratti raawwatameef mumeen ministeeraa Ityoophiyaa dhiifama gaafachuu isaan beeksiseera. Dhimma Fandii gara baankichaatti otuu galuu qabuu hin galin afee irratti qorannoo taasisuudhaaf mootummaan Ityoophiyaa waadaa seenuu isaas ibsii baankichaa dabalee eereera.