Waancaa Kummaa Miillaa Afriikaaf Deggertoonni Gammachuu Ibsataa Turan Keessatti Haala Uumameen Lubbuun Namaa Darbuun Gabaasame

Your browser doesn’t support HTML5

Waancaa Kummaa Miillaa Afriikaaf Deggertoonni Gammachuu Ibsataa Turan Keessatti Haala Uumameen Lubbuun Namaa Darbuun Gabaasame

waancaa Kubbaa milaa Afrikaa irratti injifannoo gareen biyyooleessaa Giinii Gaambiyaa irraatti arggatee sababbeffachudhaan gammachuu isaanii ibsachaa kan turan degertoonni jaha lubbuun isaanii darbuun beekameeraa.

Waancaan Afrikkaa baranaa kun hanga ammattii marsaan lamaa kan taphatamee yoo ta’uu, biyyooni hin eeggamne qabxii gaarii galmeessissaa jiru.