Abbootiin amantaa fi faarfattoota dabalatee namoonni 11 magaalaa Shaggar keessatti hidhamanii jiran har'a yeroo 2ffaaf mana murtii sadarkaa jalqabaa Malkaa Noonootti dhiyaachuuabukaatoon isaanii Sagalee Ameerikaatti himanii jiru. Abukaatichi Yohaannis Geetahuun ibsa kennaniin manni murtii poolisiif guyyoota shan qorannoo dabalataaf eyyamuu isaa fi Guraandhala 5, 2016tti beellamni ka biraan kennanmuu himan. Ka deemsa seeraa sana hordofte Tsahaay Daamxoo Finfinnee irraa gabaasaa qabdi.