Mariin Muummeen Ministaraa Miseensota Hawaasaa fi Bakka-bu’ota Oromiyaa Mararraa Walitti-dhufan Waliin Godhan Rakkoo Naannichaa Furaa Laata?

Your browser doesn’t support HTML5

Mootummaan Itiyoophiyaa bakkoota garaa garaatti marii uummata waliin taasisuun Miidiyaalee mootummaan yommuu tamsaafamu ni mul’ata. Muummichi Ministiraa Abiyyi Ahimad Torban darbe kana marii bakka-bu’oota hawwaasaa naannoo Oromiyaa waliin taasisan irratti dhimmoonni nageenyaa fi misoomaa warra akka ijootti ka’an turan. Mariiwwan akkanaa rakkoo nageenyaa naannicha keesstti mul’atuuf furmaata fiduu laata? Mitikkuu Fiqaaduu ogeessa siyaasaa tokko dubbisuun qophii qindeesse qabna.