Qorattoonni Tokkummaa Mootummootaa Mootummaan Ertiraa Lammiwwan Biyyattiirratti Sarbinsa Mirga Namoomaa Cimaa Geggeessa Jedhu

  • VOA

Ertiraan lammiilee ishee irratti to’annoo cimaa gooti, hacuuccaa fi sarbiinsa mirga namoomaa hamaa bal’inaan geggeessaa jirti jechuudhaan hayyoonni dhimmoota mirga namoomaa akeekkachiisaniiru. Hayyoonni kun dhiittaa mirga namoomaa Ertiraa keessatti geggeessama jedhan kana ilaalchisee tibba kana gabaasaa haarawa Mana Marii Dhimmootaa Mirga Namoomaa kan Tokkummaa mootummootaaf dhiheessan. Gabaasa Lisaa Shilaayin Tujubetu dhiyeessa.

Your browser doesn’t support HTML5

Qorattoonni Tokkummaa Mootummootaa Mootummaan Ertiraa Lammiwwan Biyyattiirratti Sarbinsa Mirga Namoomaa Cimaa Geggeessa Jedhu