Haasaan Biyyaalessaa Ka Waggaa Prezidaant Baayiden Taasisan Ija Xiinxalaatiin Akkamitti Ilaalama?

  • Namoo Daandii

Your browser doesn’t support HTML5

Dubbiin biyyaaleessaa waggaa pireziidaantiin Yuunaayitid Isteetis uummataa fi manneen maree bakka-bu’oota uummataaf taasisan kaleessa galgalaa keessatti dhimmoota ka’amn ilaalchisee taasisan ilaalchisee Mitikkuu Fiqaaduu Piroofesar Mohaammad Xaahiroo, Koolejii Koolinsi ka Kutaa Teeksaas keessatti agamu irraa dubbisee jira.