Dubartii Aangeessuun Hawaasaa fi Biyyaaf Guddina: Aadde Dureettii Taddasaa, kutaa 2ffaa

  • Tuujubee Horaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dubartii Aangeessuun Hawaasaa fi Biyyaaf Guddina: Aadde Dureettii Taddasaa, kutaa 2ffa

Dhaabbata Cawwaaqee Guuttataa Aangessa dubartootaa kan CGWE jedhamuuf bu'uursituu kan ta'an aadde Dureettii Taaddasaa waliin waa'ee dhaabbata kanaa ilaalchisuun qophii kutaa duraa torbee dabarsuun keenya ni yaadatama. kutaa lammataa fi inni dhumaa kanatti aanee dhiyaata. caqasuu dandeessan.