Teknooloojjiin AI kan Artifiishaal Intelejens Jedhamu Namoota Sagaleen Isaanii Rakkoo Qabu Akka Dubbatan Gargaaree Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Teeknooloojiin bu'uuraa AI-n gargaarame namoota rakkoo sagalee qaban sagalee uumamaa isaaniitiin akka dubbatan gargaaruu danda'a, kunis namoota miliyoonaan lakkaa'aman carraa haasawa qulqullinaan dhaga’amuu fi ifaa ta’e akka qabaatan taasisa jechuu dhaan Juulii Taaboo gabaasteetti.