Itiyoopiyaan Taphoota Afriikaa 13ffaa Irratti Injifannoo Gonfatte

Your browser doesn’t support HTML5

Taphoota Afrikaa 13ffaa torban sadan darbaniif biyya Gaanaatti adeemsifamaa turen, Itoophiyaan Madaaliyyaa warqii sagal dabalatee walumaagala medaaliyaa 22 walitti qabuun xumurte.

Tapha guutuu Afrikkaatti , Hoojii Raawwachisaa gare Itoophiyaa kan ta’an Obboo Bililing Meqoya sagalee America waliin turtee taasisan irratti, qabxiin jajjabeessaa argamu isaa fi gara ful- duraattii xiyyeffanaan yoo hoojjatamee bu’aan kana caaluu argamuu akka danda’uu himaniruu.

Gama biraattiin atileetooni Itoophiyaa dorgomiwwan maaratoonii biyya china magaalaa Wuhaan fi Wux-itti injjiffanoo goonfataniruu jedha gabaasi Eebbisaa Naggasaa Istokoolm Irraa Erge