Lafti Dawoo Arbaa Baabbilee kan seeraan ala misooma dhuunfaaf dabarfamee ture giddu gala dawochaaf deebifamuu isaa Obbo Baankii Buudamoo; Itti Gaafatamaan Dawoo Arbaa Baabbilee dubbatanii jiran. lafichii deebi’us qubannaan seeraan alaa lafa Dawoo Arbaa kana irratti gaggeeffamaa jira kan jedhan obbo Baankiin gochicchis, du’aatii Arbaa fi namootaatiif sababa ta’uu itti fufeera jechuun Galmoo Daawit gabaaseera.
Mootummaan Naannoon Oromiyaa Murtii Dawoo Arbaa Baabbillee Misooma Dhuunfaaf Akka Ooluuf Darbee Ture Haqe
Your browser doesn’t support HTML5