Industirii fiilmii biyya Naajeriyaa gudisuudhaaf yaalii taasifamaa jiru

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Induustiriin Filmii Naayijeeriyaa Nooliiwuud Jedhamuun beekamu qopheessitoota Fiilmii Addunyaa keessatti argaman keessaa sadarkaa lammaffaa irratti argamu gama Aartiinis ta’e jaallatamummaan sadarkaa isaa dabaluuf tarkaanfii fudhachaa jira.