Afaan Hiikuun Jalqabdee Shamarree Dhaabbata Albuuda Ofii Dhaabde

Your browser doesn’t support HTML5

Shamarreen Hojii Afan ingilizii Afan oromootti hiikuuf namoota albuuda barbaadan waliin hojjechaa turte muuxannoo bakka hojiitti argattee gara diinagdeetti jijjirattee hojii eegalte Keessummaa qophii Dubartootaa fi Maatii ti. Shamarree warqee Tsaggaayee yeroo ammaa magaalaa finfinnee keessatti dhaabbata daldala albuudaa Eela jedhu hundessuun namootaafis carraa hojii banuun namoota hojjeetaa jiran keessatti.

Yeroo ammaa naannoo oromiyaa keessaa iddoo adda addaa deemuun albuudota bituun gabaaf dhiyyeessaa Akka jirtu fi fuldurraatti piroojektii namoota 500 olii carraa hojii uumuu qopheeffattee hojjechaa Akka jirtu ibsiiteeti.