Waggoota Soddomaa Booda Fixinsi Duguuginsa Sanyii Ruwaandaa Keessaa Ammallee Rakkoo Sammuu Dhiphisu Akkuma Tahetti Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Ruwaandaatti eraga duguuggaan sanyii raawwatee waggoota 30 booda namoonni fixinsa sana irraa hafan muddama gochaa sukanneessaa yaadachuurraa dhufuu fi namoota gochaa sanaan miidhaman waliin rakkachaa jiru. Sodaan isaanii ammayyuu lola sababoota odeeffannoo dogoggoraa uumamanii fi Addunyaarratti duguuggaan sanyii hammachaa dhufuu irraa addunyaa bilisa taate uumuuf hojiin barnootaa akka cimuu fi hubannaa uumuun akka jabaatee itti fufu waamicha taasisaan. Gabaasa Senanu Tord Kigaalii Ruwaandaa irraa Sagalee Ameerikaaf erge, Afaan oromootti hiikuun qindeessinee jirra.