Wal Waraansi Sudaan Erga Jalqabee Waggaan Tokko Darbe

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Wal waraansii Sudaan keessatti Adeemaa jiru waggaa tokkofaa isaa fixee jira. Amma ammaati mallatoon walwaraansichaa dhaabuu yemmuu mulachaa hin jirre kanatti, lolichii dheerachaa adeemuun isaa akka gareewwan shororkeesitootaa naannoo sanatii wal horaan taasisaa jedhu Xiinxaltoonni. Dhimma kana irraati Henerii Wiilkins Gabaasa Erge Befeqaaduu Morodaatu Dhiyeessa.